1 Samuel 28:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni isiini maani fakaati? jed'e gaafate. Isiini waan jetteeni, Jaarsa ubaara d'eera ufira qabu toko arge. Jennaani Sauloni aka inni Samueli beekhe, durati jilbifate guddise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Bifti isaa maal fakkaata?» jedhee isii gaafate; isiin ammo deebiftee «Nama jaaree kaabbaa uffateerutu ol baya'aara» jetteen; hennaa san inni Saamu'eeliin akka ta'e beekee haga lafa gawutti gad jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille, «Inni maan fakkaata?» jedhee isii gaafate. Isiin deebittee, «Jaarsi tokko geellaa uffatee ol bayiisatti jira» jetteen. Achiin duuba Saa'ol akka inni Saamu'el te'e beekee ulfinna isaatiif fuulaan lafatti gad gombifame.