1 Samuel 28:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu waan kanke ka inni duri nani jed'e, Aninileeni siti hime guute: inni yayu huji hayyuma siraa fuud'e Daudii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkuma dura karaa kiyyaan sitti dubbate mootummaa si harkaa fuudhee firticha kee Daawitiif kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan natti dubbate muummessiisatti jira. Inni mootummaa teeti si harkaa fuudhee, jaala keeti Daawitiif kenneera.