1 Samuel 28:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini dubbi AABBO Waaqa dide worra Amalekitifi waan worri qabu ch'ufa balleesu diddeefi AABBO Waaqi ammatana akana si tolchu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati waan dubbii Rabbiitii ajajamuu diddeef dheekkamsi Rabbii ka ati worra Amaaleqii irratti waan ati hin raawwanneef Rabbi adha kana sitti fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati Mootii Waan Maraatiif waan hin ajajaminiif, aarii isaa ta akka ibiddaa bobeettu sanille Amaaleqoota irratti ati waan hin muummessiniif, Mootiin Waan Maraa adha tana si irratti godheera.