1 Samuel 28:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini waan isani jette, Atini waan Sauloni tolche imbeetu, ka inni nama wohimufi falfaltu ch'ufa irreeni lafa Israeli keesa baase? Atini maanifi t'urura keesa na buufte na ijeesu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin, «Waan Saa'ol hojjate worra ekeraa dubbisanii fi mortuu biyya keessaa akka balleesse atinuu hin beetta; maaf na ajjeesu'uuf siiboo na afoo keetta?» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin ammoo deebittee, «Saa'ol worra ekeraa dubbisuu fi worra moru biyya keessaa akka balleesse atinuu hin beetta. Na ijjeesiisaaf, tiyyoo na dura maaf keetta ree?» jetteen.