1 Samuel 29:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jari gugurdaani askarti Filisti isaati dallane waan jed'eeni, Namicha kana dira atini kenniteefi kaaniti deebisi. Inni had'iisa nu woliini deemu himmalle, hegeri inni nuti garagale nu balleesa fa. Karaani inni dandae abbaani gammachiisuni, ka ijeecha inni nama keenna ijeesu ira jiru, injira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ajajoonni loltoota Filisxeemii Ankusitti aaranii «Namichi kun nu woliin dhaqee lola keessatti akka nutti gara hin galle deebisii gara lafa isa jiraachisa'aa turtetti deebisi malee nu woliin akka hin dhandhe; namoota worra kana ajjeesuun yoo ta'e malee maali'iin gooftaa ufiitiin wolitti araaramuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajjooti loltoota Filisxeemotaa ammoo Akiishitti aaranee, «Nama kana addee qara isaaf kennitetti deebisii ergi. Inni yennaa lolaa garagalee diina akka nutti hin teene, akka inni nu woliin duulu hin godhin. Inni mataa namoota kanaa kutee adoo hin geessin goottaa ifii woliin attam araaramuu dande'a ree?