1 Samuel 29:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini Daudiniti? Ka nad'eeni sirba keesa faarsite waan isaa akana jettu? Sauloni nama kunkikunki ijeese, ammo Daudini nama kunkikunki kud'ani ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaaf dubartoonni, ‹Saa'ol kuma ajjeese! Daawiti ammo kumaatama ajjeese!› jedhanii wol jalaa qaba'aa weeddisaniif Daawitii kanaa mitii?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan geeraraa, ‹Saa'ol kuma hedduu ijjeese; Daawitille kuma kudhan hedduu ijjeese› jedhaa ka faarfatane, Daawitii kanaa motii ree» jedhane.