1 Samuel 29:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, AABBO anini maani yake? Haga anini fulla tante d'ufe asi atini haga arra wollaala maani narati garte aabbo kiyya? Tanaafi maanti na d'owa, ee hayyicha, aka anini si woliini deeme nyaapa kanke had'u?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti garuu deebisee Ankusiin, «Maal balleesse? si woliin hojjachuu haga jalqabe haga adhaa balleessaa maal argite? maal ani dhaqee diintota gooftaa kiyyaa diintota mootichaa loluu hin danda'uu?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti deebisee Akiishiin, «Ani ammoo maan godhe? Guyyaa ani gara keeti dhufeen jalqaddee haga adhaatitti ana tajaajilaa keeti irratti maan dhaggiteerta? Ani diinota goottaa kiyya mootichaa maaf loluu dhaba ree?» jedhee gaafate.