1 Samuel 29:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akishini waan jed'eeni, Sunini d'uga atini aka malaika Waaqa nati fakaata. Ammo hataatu, hayyooti taani ya didde, aka atini nu woliini duultu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ankus deebisee Daawitiin, «Ati na afo'otti akka ergamaa Waaqaa taate hin beeka; garuu ajajoonni loltoota Filisxeemii ‹Inni nu woliin gara lolaa dhaquu hin barbaachisu› jedhaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akiishi deebisee, «Ati na duratti akka ergamaa Waaqaa ka komii hin qanne akka teetee hin beeka. Te'uu malee ajajjooti loltoota Filisxeemotaa ammoo, ‹Inni nu woliin gara lolaa dhaquu hin qabu› jedhaneeran.