1 Samuel 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Guyya toko anini worra Israeli kana waan guddo hamtu tolcha, aka nami d'agayu ch'ufti rifate gurra qaabatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Saamu'eeliin, «Guyyaan ani Israa'eliin irratti waan tokko hojjadhu dhiyaateera; namni waan ta'e san gurraan dhagawu maruu coraan isaanii hin rifata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, Mootiin Waan Maraa Saamu'eliin, «Kunoo, ani Israa'el keessatti waan dhage'iisaaf gurra namaatitti hin tolle hin godha.