1 Samuel 3:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qara iti hime, aka anini worra isaa haga jiru jireenna gaargalchu, maro ilmaani isaa waan hamtu taate na ch'eersiteefi, Elini waan worri tau jiru ch'ufa imbeekha, ammo ind'owarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan inni ijoollee isaa waan hamaa hojjattee innillee argee waan irraa hin dhooggineef, waan cubbuu isaatiif baraa haga bara baraa akka isa irratti murteessu isatti himeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan isaa ana Waaqa akka faanshessite adoo beekuu, isaan waan hin xixiniif, yakkaa inni beeku saniif ani maatii isaa haga bara baraa akka adabu isatti himeeraayyu.