1 Samuel 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini inkakhad'a, aka worri Eli ato sorio yokhaani waan d'ibi na baasele wonti sunini tokoleeni gati ch'ubbu worraa imbaafne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu cubbuun maatii Eeli'ii kenna'aa fi ciincaa dhiyeessu'uun baraa haga bara baraa akka isaa hin dhiifamne kakadheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ani ‹Yakkaan maatii Eli'ii ciinca'aan yookiin kennansaan haga bara baraa gumaan hin kennamu› jedhee maatii Eli'iitiif kakadheera» jedhe.