1 Samuel 3:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini haga lafti bariituti rafe, lafti bariinaani kae balbala Mana AABBO Waaqaa bane. Inni waan daayya keesa arge suni Eliti himu sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel haga lafti bariituu rafee ganama ka'ee balbala mana Rabbii bane; mudhata argellee Eeli'itti himuu sodaate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el haga ganamaa rafe; achiin duuba ka'ee balbala Dunkaanii Woyyittii Mootii Waan Maraa bane; mudhii dhagge sanille Elii'itti himiisa sodaate.