1 Samuel 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani halkani toko Elini ka jaare ilti waaroofte mana ufi keesa rafu jira;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san Eeliin guddisee waan jaareef ijaan hin argu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliin dulloomee, ilti isaa waan caararrootteef, gaafa tokko taqee ifii irra irkateeraayyu.