1 Samuel 3:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Israeli ch'ufti, ka haga Dani eje Beershebati eju ch'ufti, aka AABBO Waaqi Samueli raaga d'uga tolche, beekhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii gosa Daanii irraa jalqabee haga Beersaabeehii Saamu'eel raatticha Rabbii amanamaa akka ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii ta Daan irraa haga Bersheeba'aa jirtu marti Saamu'el dhugumaan raagicha Mootii Waan Maraa akka te'e beekane.