1 Samuel 3:7 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Saamu'eel tanaan dura waan Rabbi isa waamee hin beenneef laagaa Rabbii ta'uu hin beenne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaan qara Saamu'el Mootii Waan Maraa hin beeku; jechi Mootii Waan Maraalle isatti mudhatee hin beeku.