1 Samuel 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ammalle maro sadeeso AABBO Waaqi Samueli yaame; inni kae gara Eli d'aqe waan jed'eeni, Anini kunooti, siti na yaame? Jennaani Elini aka AABBO Waaqi gurba yaamu jiru hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa sadeesso'oo Saamu'eeliin waame; innillee ka'ee gara Eelii dhaqee «Kunoo waan na waamteef dhufe» jedhe; achiin maayessa ka daa'ima waama'aaru akka Rabbiin ta'e beekee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa yennaa sadeesso'oo Saamu'el waame; innille ka'ee gara Eli'ii dhaqee, «Ati waan na waanteef, kunoo, ani as jira» jedheen. Achiin duuba Eliin akka Mootiin Waan Maraa Saamu'el waamiisatti jiru hubate.