1 Samuel 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Beeni, sireti deebii, gach'iisi, yo inni deebie si yaame waan jettuuni, AABBO dubbad'i, anini hojattuuni tante si d'agayuu jira. Jennaani gurbaani deebie ufiraa ch'iise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliin Saamu'eeliin, «Deebi'ii rafi yoo deebi'ee si waame ‹Ani garbichi kee dhagaya'aaraa dubbadhu› jedhiin» jedheen; Saamu'eelillee deebi'ee rafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Eliin Saamu'eliin, «Dhaqii rafi; inni ammalle yoo si waame, ‹Kunoo, ani garbichi keeti waan as jiruuf dubbadhu› jedhiin» jedhe. Maarre Saamu'elille deebi'ee taqee ifii irra rafe.