1 Samuel 30:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya sadeeso Daudifi jari isaa Ziklagini bahe. Worri Amaleki qara lafa Yuda gama bitaatifi Ziklagile had'e, ammalle worri qara dira suni gube balleese
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitii fi namoonni isa woliin deeman guyyaa sadeesso'oo gara Tsiqilaagii hennaa deebi'an worri Amaaleqootaa kutaa biyya gara kibbaatii fi Tsiqilaagii duulanii lolanii ibiddaanillee guban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo Daawitii fi namooti isaa gara Siiqlaagii yennaa deebi'anu, Amaaleqooti gara kibba Kana'aaniitii fi Siiqlaagitti duulanee, Siiqlaag lolanee gubaneeranuun dhaggane.