1 Samuel 30:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri ato yau gurba Misiri toko arge Dauditini d'ufe. Bisaanifi sagaleefi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'imticha biyya Misirii tokko arganii gara Daawitii fidan waan nyaatuu fi bisaanillee hin kennaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan diida keessatti nama biyya Gibxi'ii tokko dhagganee gara Daawitii fidane. Isaan bisaan unuu fi sagalee nyaatu isaaf kennane.