1 Samuel 30:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mid'aani ejersatifi dame d'unkururtu mid'aani zabibule kennanifi inni waan suni nyaate jennaani jajabaate; inni haga guyya sadi taka bisaanifi sagalele inarganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daraaraa muka hurbu'uu lama kennaniif; ka'imtichi haga nyaateen maayessa hin jajjabaate; achiin dura guyyaa sadihii fi halkan sadihii midhaanii fi bisaan womaa afaaniin hin qabne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma baqaqa bixee midhaan harru'uutii fi midhaan woyni'ii gogaa cum'aa lama isaaf kennane. Inni guyyaa sadii fi halkan sad sagalee hin nyaanne; bisaanille hin unne; tanaaf nyaateen duuba bayyanate.