1 Samuel 30:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni Daudi fulla worraa geese, ato worri fulla ch'ufati garagari bahe sagale soorate wod'uge gammadu, maro waan heddu lafa Filistitifi ta Yuda keesa boojianifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daawiti hennaa hulee jarri jirtu geessu isaan hulee sanitti faca'anii nyaata'aa dhuga'aa boojuu guddaa biyya Filisxeemiitii fi biyya Yihuudotaa ka booji'an maratti gammada'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa gara garee loltootaa Daawiti geesse, isaan biyya Filisxeemotaatii fi Yihuda'aa keessaa waan bacaa waan saamaneef, addee maratti bittinnowanee, nyaataa, unaa, gammadane.