1 Samuel 30:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tokole inhambimne ch'ufa iraa buuse, inni ilmaani d'iiratifi ta dubra ta jari isaa, ta worri Amaleki boojie ch'ufafi waan worri boojie d'ibile ch'ufuma iraa buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti tokkollee uduu hin dhidhatin Daawiti namoota isa faanaa deemanii waan worri Amaaleqii booji'an maraa deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diqqaan yookiin Guddaan, ilmaan dhiiraa yookiin ijoolleen durraa, wonni isaan saamanee fudhatane yookiin wonni dhibiin ta Amaaleqooti fudhatane tokkolle adoo hin hafin Daawiti waan mara deebisiise.