1 Samuel 30:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nad'eenile ch'ufa boojie; worri nama tokole inijeefne, ammo gaafa galani, nama ch'ufa, diqafi guddale, boojiani itiini dabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartootaa fi worra achi jiran maraa diqqaa irraa haga gudda'aa booji'anii fudhatanii deeman malee nama tokkollee hin ajjeefne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartootaa fi namoota achi keessa jiranu diqqa'aa fi guddaa mara booji'ane. Isaan worra booji'ane san fudhatanee deemane malee isaan keessaa nama tokkolle hin ijjeenne.