1 Samuel 30:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni loonifi reele ch'ufa iraa buuse; duuba jari isaa hori suni ufi dura oofe waan jed'e, Horini kunini ka Dauditi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti sa'oolee, hoolotaa fi re'iin maraa hin fudhate; worri Daawitiin woliin deeman «Horiin kun horii Daawiti booji'e!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti loon, hoole'ee fi re'ee mara deebifatee fudhatee, namooti isaa, «Kun boojuu Daawitii ti» jedhaa horii kana horii kaaniin dura oofane.