1 Samuel 30:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami gari ka qot'e male woma inqamne, ka Daudini woliini jiru, waan jed'e, Worri kunini nu woliini iyyaane, tanaafi worri namu ha nad'eenifi ijoolle worraa ch'alla fud'ate yauti, waan nu iraa buufne kana worri tokole woma inargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worra Daawitiin woliin deeman keessaa namoonni hammeeyyiinii fi namoonni amala badaa qaban, «Isaan nu woliin waan hin deemneef isaan maruu dubartoota ufiitii fi ijoollee ufii fudhatanii haa deemanii malee boojuu nu deebifanne keessaa tokkollee hin kenninuu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota Daawiti gula deemanu keessaa, worri hama'aa fi worri woy hin baane tokko ammoo, «Isaan nu woliin waan hin duuliniif, tokko tokkoon isaanii dubartootaa fi ijoollee ifii fudhatanee deemanuutii malee waan nuuti boojinee fudhannee dhunne nu woliin hin qoodamanu» jedhane.