1 Samuel 30:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Daudini waan jed'eeni, Isani waan AABBO Waaqi nuu kenne kana akana tolchu himmalle. Isati nu qorqorate nyaapa keenna kana nu dabsachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti garuu, «Obboleewwan tiyya! lakkaa mootee Rabbi nuu kenne kanaan waan akkanaa hin hojjatinaa'a; inni nu eegee saamtota nutti ka'anillee dabarsee harka keenna jala galcheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ammoo deebisee, «Waawwo'o, obboleeyyan tiyya! Ka nu eegee, garee diinota keennaalle harka keennatti dabarsee ka kenne Mootii Waan Maraa ti. Waan inni nu'uuf kenne kana akkana hin godhina'a!