1 Samuel 30:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbi teesani ch'aqasu injiru. Nami ch'ufti qooda taka argachu male: nami miha birati hafeleeni haguma nama nyaapa had'e argachu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isin jettan hin ta'u! qoonni worra lola dhaqaniitii fi worra mi'a biratti hafanii wol qixxee qoodamtan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isin jettanu kana eentu isiniif dhage'a? Qoodi worra lola dhaqeetii fi worra meya biratti hafee wol qixa. Isaan martinuu wol qixa qoodamanuu ti» jedhe.