1 Samuel 30:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini seera kana baase arti asi Israeli keesa seera sunini aada namaa tahtahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti guyyaa sanii jalqabee haga ammaatitti dubbii san worra Israa'eliitii seeraa fi ajaja godhee dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti guyyaa saniin jalqabee haga adhaa dubbii tana Israa'elootaaf seeraa fi seerata godhe.