1 Samuel 30:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini Ziklagiti gale jennaani inni waan boojie suni haga toko jaarole Yuda ta jaalani isaati erge waan jed'e, Tunini waan nu nyaapa AABBO Waaqaa iraa boojine, fud'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti deebi'ee gara Tsiqilaagii hennaa dhufe wonta saaman irraa jaarsota Yihuuda'aa worra fira isaa ta'aniif kennaa ergee «Kunoo kennaan kun wonta diintota Rabbii irraa booji'amee isiniif ergame» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti gara Siiqlaagii yennaa dhufe, lansoota ifii jaarsolee Yihuda'aatiin, «Kunoo, kennansi kun waan diinota Mootii Waan Maraa irraa saamamee isiniif ergame» jedhe.