1 Samuel 30:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka Hebronile, waan kana ch'ufa lafa isaafi jari isaa qara keesaa godaane erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra Keebroonii, akkasuma worra hulee inni namoota isaa woliin keessa jiraata'aa ture maraafuu erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra Kebroon keessa jiranuuf, akkasuma worra addee Daawitii fi namooti isaa keessa deddeebi'e keessa jiranu maraaf erge.