1 Samuel 30:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudi amma ya gaargali hamaani qabate, wonti akanatiifi jari isaa ch'ufti maro ilmaani d'abeefi yayu garaani hammate ijeecha isaati malate; ammo AABBO Waaqi garaa isaa jabeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni maruu waan ijoolleen isaanii ta dhiiraatii fi ta intalaa booji'amaniif jireenni isaanii isaanitti hadhaayeeruuf Daawitiin dhaga'aan dhayaa'a waan jedhaniif Daawiti guddisee gadde; inni garuu maqaa Rabbii Waaqa ufiitiin jabaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti marti ilmaanii fi durri isaanii waan booji'amaneef, gaddanee aaranee, Daawiti dhaka'aan tumiisaaf waan mari'ataneef inni guddoo yaadaan rakkate. Garuu Daawiti Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitiin ifi jajjabeesse.