1 Samuel 30:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini AABBO Waaqa gaafate waan jed'e, Nyaapa kana reebe ind'aqaba? Inni waan jed'eeni, Reebi, atini d'aqabde worra boojianile ch'ufa iraa buufta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ammo «Saamtota tanniin hordofee isaan qabuu?» jedhee Rabbiin gaafate; Rabbillee, «Boojuu kee hin deebifattaa ka'ii hordofi!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Garee loltootaa tana hordofuu? Ani isaan hin dhaqqabaa?» jedhee Mootii Waan Maraa gaafate. Mootiin Waan Maraa deebisee, «Dhugumaan ati isaan dhaqqaddee boojuulle waan deebifattuuf isaan hordofi!» jedheen.