1 Samuel 31:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ammalle lafele worraa wolti guurani mukha toko ka dira keesaa jiru jalati awaalani, duuba guyya torba ufi agabsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa lafee isaanii fuudhanii Yaabeshiin keessatti muka lafa udume'ee tokko jalatti awwaalanii guyyaa torbaa sooman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba lafee isaanii fuudhanee Yaabesh keessatti muka «Tamariiski» jedhamu tokko jalatti awwaalanee guyyaa torba laamane.