1 Samuel 31:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani aka Sauloni due arge jennaani innileeni akuma suni ufi ijeese, akasiini isaafi Sauloni woliini duani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi mi'a lolaa isaa baate sun akka Saa'ol du'e hennaa arge innillee guraadee ufiititti dirmee isa woliin du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggeessichi meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atu sun akka Saa'ol du'e yennaa dhagge, innille akkuma isaa shallaagaa ifii buqqifatee irratti jigee isa woliin du'e.