1 Samuel 31:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki Saulofi ilmaani isaa sadeenifi namichi miha isaa baatuleeni duani akasi; worri Saulo ch'ufti guyya suni hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasitti Saa'ol ilmaan isaa sadiin, namichi mi'a lolaa baatuu fi akkasuma namoonni isaa maruu guyyama san dhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol, ilmaan isaa sadiinuu, dargaggeessichi meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atu fi namooti isaa martinuu guyyuma san wolumaan dhumatane.