1 Samuel 31:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saulo mata ira kutani miha isa ka lola ch'ufa iraa hikhatani miha suni lafa worra Filisti ch'ufa keesa namaani ergani, aka odu dansa suni mana waaqa worraa keesafi nama worraa ch'ufati himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mataa Saa'olii irraa muranii mi'a lolaa isa irraa yaafatanii galma waaqa tolfamaa ufii keessatti saba ufiititti oduu mishaa kana himu'uuf biyya Filisxeemii keessa naannessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mataa Saa'olii irraa muranee, meya isaa ka lolaa irraa mulqatanee, oduu gammadaa kolbaa isaaniitii fi galma waaqa dharaa ka isaaniititti akka himanuuf biyya Filisxeemotaa mara keessa ergantoota ergane.