1 Samuel 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elini iyyaana d'agaye waan jed'e, Iyyanti tunini ch'ufti mani? Namichi kaani gara Eli utaale odu iti himu d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliin hennaa iyya kana dhagaye, iyyansi kun maali'i? jedhe; namichillee ariifatee fiigee gara isaa dhaqee isatti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliin iyya tana yennaa dhage'e, «Hogaan kun maan?» jedhee gaafate; achiin duuba nami sun ariiti'iin dhufee oduu tana Elii'itti hime.