1 Samuel 4:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Gaafasi ganni Eli 98, ilale diquma ind'abini.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san Eeliin jaarsa woggaa sagaltamii saddeetii ture; ijji isaa waan dadhabdeef dimimmiftee arguu dadhabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliin jaarsa woggaa sagaltamii saddeetii waan te'eef ilti isaa jaamtee woy dhagguu hin dande'u.