1 Samuel 4:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi waan jed'eeni, Anini arra fulla iti woli had'ani suni fiige armaani bahe. Elini waan jed'e, Eehayi odu qabda, odeesi, gurba kiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi odu'uun dhufe sun Eeli'iin, «Namni hulee duulaatii dheessee dhufe ana» jedhe; innillee namicha saniin «Ilma kiyya! wonti sun atta ta'e?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami sun Eli'iin, «Ani nama lola irraa dhufe; ani adha lola keessaa miliqee dhufe» jedhe. Eliin, «Ilma kiyya, maanti te'e ree?» jedhee gaafate.