1 Samuel 4:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isiini duu jirtu nad'eeni isi deesiftu waan jetteeni, Obsi yayu ilma d'alte. Ammo isiini waan jed'aniini sunini odule kaafte womale gula injenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin uduu cicha'aartu worri isii deessisu, «Ilma dhiiraa deetteertaa jabaadhu!» jedhaniin; isiin garuu dhageettee deebii isaanii hin deebifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin du'iisaaf yennaa worwaatattu, dubartooti isii bira jiranu, «Ilma deetteerta, jabaadhu!» jedhane. Isiin ammoo deebii hin kennine yookiin waan isaan jedhane miidhassitee hin dhageenne.