1 Samuel 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini much'a maqa Ikabodi baafteefi waan jette, Guddinni Waaqa yayu Israeli keesaa kae — wonti isiini akasi jetteefi, maro Sanduqa Wold'aqisa Waaqa boojiani ammalle Abbaani d'iirsa isiitiifi d'iirsi isiileeni duanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin waan saanduundhi waadaa Rabbii booji'ameef, soddaan isi'iitii fi abbaan worraa isi'iillee waan du'aniif ulfinni Israa'eliin irraa ka'e jettee maqaa daa'imaa Ikaabood jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin Saanduqi Gondooro'oo ka Waaqaa waan booji'ameef, abbaan sodda'aa ka isi'iitii fi abbaan manaa ka isi'ii waan du'aneef, «Ulfinni Israa'el irraa ka'eera» jettee, maqaa ilma ifii Ikaaboodi baatte.