1 Samuel 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Filisti iyyani suni d'agaye jennaani waan jed'e, Iyyanti gara olla Ebraniati d'uftu tunini maani? Worri aka Sanduqi AABBO Waaqaa olla Israelitini bahe d'agaye jennaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Filisxeemii hennaa laagaa lililfataa dhagayan; «Laagaan ililfataa guddaan ka ganda Ibrootaatii dhagayama'aaru kun maali'i?» jedhanii akka saanduundhi waadaa Rabbii gara qe'e'ee gale hubatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Filisxeemotille ililleettii san yennaa dhage'ane, «Ililleettiin guddoon ta addee quttuma Ibrootaatitti dhage'antu tun maan?» jedhanee gaafatane. Isaan Saanduqi Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa gara addee quttumaa akka dhufeeru yennaa beekane,