1 Samuel 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu dandae harka Waaqa jaba ka irre qabu jalaa nu baasa? Waaqi kunini Waaqa worra Misiri lafa alooti hobaase!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu hobbaasi! waaqolee akkanaa jajjabaa kanniin jalaa eentu nu baasa? Waaqoleen kunniin ka dur worra biyya Misirii balaa gara garaatiin dhayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aanne'e nu'uuf! Harka waaqota dharaa jajjaba kana jalaa eentu nu baasuu dande'a ree? Isaan kun waaqota dharaa ka balaa adda addaatiin worra Gibxi'ii goomolee keessatti dhowane.