1 Samuel 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa jabaad'a, aka d'iira had'a, worra Filisti! Yo akasi intahini, nu tisse worra Ebrania kana taana, aka duri worri tisse nuu tahe. Tanaafi aka d'iira had'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra Filisxeemii! Jabaadhaa'a! akka isin isaan irratti gootan san hojjattoonni worra Ibrootaallee akka isin irratti hin goone jabaadha'aa lolaa'a!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Filisxeemota! Jabaadha'a! Dhiira te'a'a! Akkuma qara worri Ibrootaa isiniif garba te'e, isinille isaaniif garba akka hin teene, dhiira te'a'aatii lola'a!» woliin jedhane.