1 Samuel 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti d'ulla guure bohe Waaqa qarqaarsa kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hin duune worri lubbu'uun jiran dhibee iitessuun qabaman; iyyansi namoota qachattii keessa jiruu gara sami'ii ol baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra du'a irraa hafe dhukkubi iitaa waan isaan rakkiseef, guddoo iyyane.