1 Samuel 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Waaqa isaani ka Dagoni jed'aniti geese d'aatu akheekha waaqa suni d'aabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Filisxeemii saanduuqa waadaa Rabbii fuudhanii gara mana waaqa isaanii tolfamaa ka daagoon jedhamuu seensisanii isa ladda kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Filisxeemoti Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa san fuudhanee gara galma waaqa dharaa ka, «Daagon» jedhamuu geessanee, Daagon bira keyane.