1 Samuel 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyyaate worri Ashdodi lafaa kae jennaani akheekha Dagoni ka qaarie fuula lafati deefate Sanduqa Wold'aqisa dura ch'iisu argani; duuba olfuud'ani aka isa ka qara kaaniti deebisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Azaaxoonii ganamaan lafaa ka'anii dhaqanii yoo laalan daaqoon saanduuqa waadaa Rabbii afo'otti kallachaan lafatti gad kufeera; daagooniin ol qabanii hule'etti deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qachaa Ashidoodii boruyyaa ganama yennaa kaate, waaqi dharaa Daagon Saanduqa Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa duratti lafatti gad gombifameeruun dhaggane; maarre isaan waaqa dharaa Daagon achii fuudhanee addee isaatitti deebisanee dhaabane.