1 Samuel 5:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan tahe suni arge jennaani waan jed'ani, Waaqi Israeli nufi waaqa keenna Dagoni gaargalchu jira, tanaafi deebine ee injennu aka Sanduqi Wold'aqisa kunini arma tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Azaaxoonii akka wonti kun ta'e haga argan, «Harki Rabbii nu'uu fi daagooniin irratti waan jabaatteef saanduundhi waada'aa ka Waaqa Israa'elii nu bira hin taa'in» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Ashidoodii waan te'e kana yennaa dhaggane, «Waaqi nu'uu fi waaqa keenna Daagon waan adabeef, Saanduqi Gondooro'oo ka Waaqa Israa'elii as nu bira hin turin» jedhane.