1 Samuel 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi isa achini d'ufani AABBO Waaqi dira suni gaargalche biyya guddo mudamsiisee d'ulla hama kaani nama dira suni diqafi guddaleti buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga saanduuqa waadaa Rabbii achi geessaniin maayessa Rabbi qachattii saniin lolee naasise; namoota qachattii sanii diqqa'aa haga gudda'aa dhibee iitessuun isaan adabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqa Gondooro'oo san qachaa Gaatii geessaneen duuba, raafami guddaan te'e; Mootiin Waan Maraa namoota qachaa sanii adabee, diqqa'aa haga gudda'aatitti iita itti buuse.