1 Samuel 6:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Sanduqi Wold'aqisa ka Waaqa jia torba lafa Filisti keesa tae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduundhi waadaa Rabbii biyya Filisxeemii keessa ji'a torba taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqi Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa ji'a torba biyya Filisxeemotaa ture.